Author Archives: Awaal Ziyaad
JECHOOTA_HAYYOOTAA Itti fufa Itti fufa Kanan dubbiserraa join_us @baacoowwan
HUMNA ARRABAA┃ Power Of Tongue! ❏ Ampoolii fi Generetara har’a itti nuti itti fayyadamnu kana beekan uume Tomas Alva Edsen jedhama. Hayyuun kun ijoollummaa isaatti rakkina harkifata sammuu (autism) qaba ture. ■ Guyyaa tokko dura taa’an mana baruumsa isaa xalayaa barreessee “haadha keetti kenni!” jedhee itti kenne. Barreessuu fi dubbisuu kan hin dandeenye Edsen ergichaContinue reading
Maaxansaa jaalqaaba
Namoota baay’ee waliin al takkaan wal arguu barbaadduu? Maatii keessan , hiriyoota keessan,maamiltoota hojii, barattoota daree keessanii, fi dhimma biroof namoota hedduu wajjin manuma keessan teessanii fuulaaf fuulatti wal arguun waliin haasawuu,wal hubachiisuu wal barsiisuu fi wal falmuu haala salphaa ta’een fi gosoota neetwoorkii 5G,4G 3G fi WiFi, n hundumaaf mijataa kan ta’e zoom meetingContinue reading “Maaxansaa jaalqaaba”
L¡lll
Muddee 1 Yaadannoo ajjeechaa abbootii Gadaa Karraayyuu ilaalchisuun Qophii addaa qophaa’e
Muddee 1 Yaadannoo ajjeechaa abbootii Gadaa Karraayyuu ilaalchisuun Qophii addaa qophaa’e. ONM-ABO Muddee 1,2022 Sanyii duguggaa sirni nama nyaataan PP abbootii gadaa Karrayyuu jilaa Gadaa Michillee irratti raawwate waggaa 1ffaa yaadachuun guma isaanii bilisummaa fi walabummaa ilmaan Oromoo cufa gonfachiisuun ni baasna. Gochii fokkotaan Oromummaatti qiyyaafate akkanaa kun sirnoota darban kam keessatti illee Oromoo irrattiContinue reading “Muddee 1 Yaadannoo ajjeechaa abbootii Gadaa Karraayyuu ilaalchisuun Qophii addaa qophaa’e”
Qophii Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Guraandhala 9, 2023
Qophii Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Guraandhala 9, 2023