Namoota baay’ee waliin al takkaan wal arguu barbaadduu?
Maatii keessan , hiriyoota keessan,maamiltoota hojii, barattoota daree keessanii, fi dhimma biroof namoota hedduu wajjin manuma keessan teessanii fuulaaf fuulatti wal arguun waliin haasawuu,wal hubachiisuu wal barsiisuu fi wal falmuu haala salphaa ta’een fi gosoota neetwoorkii 5G,4G 3G fi WiFi, n hundumaaf mijataa kan ta’e zoom meeting fayyadamaa!
link kanaan argattu
ππππππππππ
https://bit.ly/3nzTPal
https://bit.ly/3nzTPal