
Muddee 1 Yaadannoo ajjeechaa abbootii Gadaa Karraayyuu ilaalchisuun Qophii addaa qophaa’e. ONM-ABO Muddee 1,2022 Sanyii duguggaa sirni nama nyaataan PP abbootii gadaa Karrayyuu jilaa Gadaa Michillee irratti raawwate waggaa 1ffaa yaadachuun guma isaanii bilisummaa fi walabummaa ilmaan Oromoo cufa gonfachiisuun ni baasna. Gochii fokkotaan Oromummaatti qiyyaafate akkanaa kun sirnoota darban kam keessatti illee Oromoo irratti […]
Muddee 1 Yaadannoo ajjeechaa abbootii Gadaa Karraayyuu ilaalchisuun Qophii addaa qophaa’e